Mootummaan bilxiginnaa biyya Luba Guddinaa Tumsaarratti waraana bantee ummata fixaaf ficcisiisaa, as Finfinneerratti ammoo

Mootummaan bilxiginnaa biyya Luba Guddinaa Tumsaarratti waraana bantee ummata fixaaf ficcisiisaa, as Finfinneerratti ammoo dhaaba maqaa luba qabsaawaa kanaan dhaabbateen daldala siyaasaa ufii (madamar) adeemsifti.

Ajab!

Girma Gutema