Mootummaan amma jiru kuni kan inni ijaarame qubattotaa miniliki fi daldaltoota lafa Oromoo kan taate OPDOti dha.

Mootummaan amma jiru kuni kan inni ijaarame qubattotaa miniliki fi daldaltoota lafa Oromoo kan taate OPDOti dha.

Dr Abiy kana beeka ta’e hin beeku ta’e isaa fi waaqa isaa qofatu beeka Kol. Gammachuu Ayyaanaa. Hidhamuu Kol. Gammuchuutiin wal qabatee namoonni hedduun waan hedduu jechaa turani. dhugaa lafa jiru garuu lubbuun jiraatee uummata Oromoof isa godhee jira.