Mootummaan Afrikaa Kibbaa Lammii isaa akka church hin dhaqne jedhee dhorkee jira.
Irra jireessi uummata Afrikaa Kibbaa Kiristaana.isaaniyyuu ni dhorkamani baqattoonni amantaa musliimaa hordofan immoo seera mootummaan baase cabsuun masjiida dhaqanii yoo sagadan poolisoonni isaan to’atan.kuni tuffii mootummaa kanaaf qabanii fi seera biyyattiin baaste tuffachuudha.
Oromoon bara issa guutuu dinnan hidhamaa,ajjefama maliif jiraata dhiroo? https://t.co/4L4nrnxOYQ pic.twitter.com/mUNB98Cztt
— Kichuu (@kichuu24) April 23, 2020