Mootummaa Naannoo Oromiyaa kab. Obbo Lammaa Magarsaa??

Above Single Post

Mootummaa Naannoo Oromiyaa kab. Obbo Lammaa Magarsaa??Maqaa fi tan jiru Motummaa Oromoon Bulichitu jedhama, garuu Ilmaan Oromooti’ra ajjeecha fi gidiraan ammas hin dhaabanne, ittu mudde malee. maalifi lataa?

Mudde 18/2018

Oduu Gaddaa

Jimmaa Horroo magaalaa Nuunnuu
Namni armaan gaditti suuraan isaa Mul’atu kun Jamaal Mahaammad jedhama.Quuqama Oromummaa fi sabboonummaa nama qabuudha eda galgala halkan sa’a 3:30 keessa waraana wayyaaneen mana isaa keessaa fuudhanii ajjeesanii lagatti gatan.Oromummaa isaa qofaaf akka bineensaatti ajjeefame abbaa ijoollee lamaati maatii fi firoota isaaf jajjabina hawwina.

Dhábasá Wakjira Gemelal

Sanyii Duguuggaa Itoophiyaa Makalaakaya
Ethiopia Military’s on Moyalee Genociide. Still why the Government is silent??

Lammaa Magarsaa fi Abiy Ahmed essa jiru lataa? Gojam, Gonder or Tigry? Ajaiba Rabbitii kun.
Mootummaa Naannoo Oromiyaa kab.obbo Lammaa Magarsaa??

Below Single Post