#Mootummaa Ceehumsaa Oromiyaa ABOn Durfamu Akka Naannoo Oromiyaatti Ijaaruuf


#Mootummaa Ceehumsaa Oromiyaa ABOn Durfamu Akka Naannoo Oromiyaatti Ijaaruuf

#Prezedaantiin Oromiyaa Jaal Daawud Ibsaa Ana Bakka Bu’a!
Impaayira Itiyoophiyaa Keessatti, Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Prezedaantii Mootummaa Ceehumsaa Oromiyaa fi HDn ABO Jaal Daawud Ibsaa tiif, Bu’uureffamuu Mootummaa Ceehumsaa Oromiyaatiin wal qabatee Koree Caasaa Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Lammiilee Oromiyaa irraa ijaaramuun Mootummaa Ceehumsaa Oromiyaa Milkeessuuf hojjataa jiran gargaaruun guyyoota lamaan kana keessatti injifannooleen hedduun waan galmaahaniif, Lammiileen Oromiyaa fedhii guddaa fi Gargaarsa wal irraa hin cinne jechaanis ta’ee gochaan Ifaan ifatti mul’isaaru.
#Prezedaantiin Oromiyaa Jaal Daawud Ibsaa Ana Bakka Bu’a!

Hunde Seenaa


#Mootummaa Ceehumsaa Oromiyaa ABOn Durfamu Akka Naannoo Oromiyaatti Ijaaruuf Jirra Malee Dhimmi Itiyoophiyaa Ammatti Nu Hin Ilaallatu!

Mohammed Hassen Wako


Mootummaa Ce’umsaa Oromiyaa gad dhaabna.
San jalatti hiree murteeffannaaf qabsoofna.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.