Miseensonnii ABO Armaan Gaditti Maqaan Tarreeffame Jaal Abdii Raggaasaa Dubbisuu Deemanii Poolisii Magaalaa Buraayyuutiin Hidhamanii Jiru.

Bitootessa 07, 2020 : Miseensonnii ABO Armaan Gaditti Maqaan Tarreeffame Jaal Abdii Raggaasaa Dubbisuu Deemanii Poolisii Magaalaa Buraayyuutiin Hidhamanii Jiru.
1.Jaal Amaan Filee- MGS ABO
2.Jaal Gadaa Gabbisaa- Qondaala ABO
3.Waaqoo Noolee-Galaalchessaa SBO
4.Dassuu Duulaa-Galaalchessaa ONN

Jaalataa Lammii

OMN : Qophii Addaa – Turtii Dr. Gammachuu Waliin Taasifne (Bit. 7, 2020)