
FINFINNEE — Yakki lammilee ajeesuu fi qeheef qabeenya isaani irra buqqisii hatamaan dhaabachuu qaba jedha Koreen Jiddu Galeessa ODP ibsa isaa kaleessa baasee.Korichii rakkoo umamaa jiruuf kaneen ummata saamaa jiranii fi bu’aan isaani irra hafee hattootatuu harka keessa qaba jedhee jira.
Muktaar Jamaal dabalata qaba
Miseensonni WBO wirtuu leenjii Ardaaytaatti argaman, yaroon turtii leenjii keenna akkan nutti dheerachuun sirri miti gama maatii keenna galuu barbaanna jechuun komii isaani dhiheessan
Miseensonni WBO Wirtuu Leenjii Ardaaytaatti Argaman Komii Dhiheessan
FINFINNEE — (voaafaanoromoo)—–Miseensonni WBO wirtuu leenjii Ardaaytaatti argaman, yaroon turtii leenjii keenna akkan nutti dheerachuun sirri miti gama maatii keenna galuu barbaanna jechuun komii isaani dhiheessan.
Turtiin yaroo leenjii kan dheerates barbaachisumma leenjichaa irra kan ka’e ta’uun ibsamee yaroo ji’a tokko hin caale keessatti akka xumuramu walii galamuun dubbatamee jira.
Muktaar Jamaal dabalata qaba