Mirgi maamilaa eeggamuutu irra jira! Ethiopia/Oromia! Must Listen!

Mirgi maamilaa eeggamuutu irra jira! Ethiopia/Oromia! Must Listen!


Daa’imtuu
#Mooyyalee
Godina Aanaa Mooyyalee naannoo magaalaa Tuqaatti humna addaa Oromiyaafi hidhataa gandaa jidduutti waldhabbiin cimaan uumame. Sababni isaas nama Adaan Waariyoo jedhamu Kan kaleessa humni addaa kun reebicha cimaa reebuun miidhaa hamaa irraan geessisee irratti Booranni Mooyyalee mufatee ka’eera. Akkasumas ganama hardhaa humni poolisii addaa kun maatii qabsa’oota kanneen ijoolleen isaanii miseensota WBO ta’aniin “yoo WBOn nu ijjeeftee itti gaafatamtu” jechuun yeroo mallatteessisuu jalqaban; maanguddoonni Booranaa morman. Haalaa kanaan waldhabbiin uumame. Yeroo ammaa humni addaa kophaatti bayeera. Poolisiin Oromiyaa duraanis gama ummataa ba’uun addaa ba’aniiru

Via: Yaya Beshir