MI’EESSO fudhachuun akeeka Wayyaaneen gara Abdi Ileetin

MI’EESSO fudhachuun akeeka Wayyaaneen gara Abdi Ileetin lafa kaayattee itti deemaa jirtuudha

[OBN 06 01 2010] Sirni Federaalizimii Itiyoophiyaa keessatti Oromoon qooda guddaa qaba, wanti ta’a jiru Heeraa biyya keenya diigudhaa jedhan.

MI’EESSO fudhachuun akeeka Wayyaaneen gara Abdi Ileetin lafa kaayattee itti deemaa jirtuudha
“Waan ajaaibaa me laalaa xalayaa enyummaa jarattin maxxansiifatte Miesso tan ofii godhatte itti hojjachaadha jirtu

via Adem Misoma