MIDROC ummata guutu dide. Warri ol jiru yoon horii jaate malee maaf hayyamma warshaa kana Hawi didu? ~ Jawar Mohammed
የሼክ አል-አሙዲ ንብረት ለሆነው ሚድሮክ ኩባንያ ወርቅ እንዲያመርት የተሰጠው ፈቃድ መታደስ ከማዕድን ማውጫው አቅራቢያ የምትገኘው የሻኪሶ ከተማ ነዋሪዎችን አስቆጥቷል። የሚድሮክ ፈቃድ ለተጨማሪ 10 አመታት ታድሷል ተብሏል። https://t.co/M1IvH92Cbg
— DW (Amharic) (@dw_amharic) May 1, 2018
Good AM #Ethiopia!
Dr. Negeri said this in response to the ongoing public protest in #Guji Zone after the fed. gov renewed MIDROC Gold’s license. The people living in the area are suffering a health crisis, including severe birth defects, caused by the gold mine’s use of cyanide pic.twitter.com/ZjDa1wJyJV— Addis Standard (@addisstandard) May 2, 2018
The destruction of Ethiopia’s Lake Koka
Kan argee fi kan taajjabe irraa
======================
Haalli ani biyya itti deeme Oromiyaa guutuu daawwachuudhaaf mijataa ta’uu baatus, garuu naannoo muraasa daawwachuuf carraa argadhee ture. Kan nama ajaa’ibu keessaa tokko ummanni hunduu dheebuu bilisummaaf qabuu fi jibbaa sirnicha irraa qabu sodaa tokko malee dubbata. Xiqqaafi guddaanis siyaasa baratee jira. Ijoolleen umriin isaanii ganna shan hin caallee wontoota naannoo isaaniitti argaman kanneen akka mukaa fi sibiilaa irraa qawwee tolchanii qabatu. Sirboota qabsoo sirbaa deemu. Mucaan asii gaditti argitan kun Arsii Lixaa, Dodola keessatti sibiila joottoonii irraa qawwee tolchee hiriyoota isaa woliin osoo sirba qabsoo sirbu argee jennaan itti goree woraabe. Daawwadhaa….. itti fufa.
‘Nuti Walabummaatti isaan isaan yoo mi’aa bilisummaa dhandhaman nuti garuu haga yoonaa walbummaa hin argin jirra’ – Gaazexeessaa Iskindir Naggaa
WAASHINGITAN, DIISII — (voaafaanoromoo)—-Gaazexeessaa ‘Iskindir Naggaa ayyaana dhaabbati mirga namoomaa Amineestii Internaashinaal guyyaa walabummaa piresii Yookiin Saba Himaalee addunyaa Keeniyaa, Naayiroobiitti qopheesse irratti argamuuf Naayiroobii seeneera.
Iskindir guyyaa kabaja ayyaana kanaa irratti haasawa akkasumas muuxannoo fi mudannoo hojii gaazexeessummaa irratti isa mudate nama ayyaana kana irratti argameef akka hiru dhaabbatichi beeksiseera. Harras addatti yoo Sagalee Ameerikaaf dubbatu Iskindir, ‘Itiyoophiyaan biyyoota Afriikaa kaaniif mallatoo walabummaa taatee utuu jirtuu mirgi yaada ofii bilisaan ibsachuu biyyattii keessatti waan hin kabajaminiif biyyattiin fakkeenya biyyoota mirgi namoomaa keessatti hin kabajamne taatee haftee’ jedhe.

</div>