Dr. Merera and OFC Leaders. Dura taa’aan Madrak Dr. Mararaa

Dr. Merera and OFC Leaders- Dura taa’aan Madrak Dr. Mararaa Guddinnaa 

Dr. Merera and OFC Leaders- Dura taa'aan Madrak Dr. Mararaa Guddinnaa
Update on Dr. Merera and OFC Leaders
=========================
(  The Federal High ) Court has been hearing to witnesses on the Gurmessa Ayana file (Bekele Gerba et al) yesterday and the day before. The report says there was no evidence that verifies the allegation that the defense lawyers did not make cross examination questions.

On other hand, Dr. Merera Gudina, the chairman of OFC and vice-chairman of Medrek, appeared before the Federal First Instance Court -Arada branch today at 4:30 pm. It’s said that the police and prosecutors demanded further time for investigation and the court adjourned the hearing to Jan 18, 2016 E.C/ Thrusday Jan 26, 2017 at 3pm. According to report, the police guarding him are so many that it seems they are guarding hundred people not one person.

I want to recommend a Twitter campaign soon. The new website for theFreeDrMerera and All Political prisoners campaign shall be launched soon. Stay tuned.
I hereby posted pictures of the father of the Peaceful Struggle in Ethiopia.
===========================================

OromoProtests

Dura taa’an Koongiressii Federaalawaa Oromoo fi Itti-aanaan Dura taa’aan Madrak Dr. Mararaa Guddinnaa guyyaa ardhaa mana murtii Sadarkaa tokkoffaa Federaalaatti dhiyaatuun himame. Woyyaaneen akkauma barte beellama guyyaa 28 irratti gaafattee jirti. Kanumaan beellamni guyyaa 28 kennamee Amajjii 18, 2016 A.LH/ Ykn Kamisa, Amajjii 26, 2017 saatii Itoophiyaa saatii 9 tti beelamni kennamee jira.

Dubbii Dr. Mararaa kanaaf duula dippilomaasii cimaa gaggeessuudhaaf #FreeDrMerera and al political prisoners mata-duree jedhuun website tokko qophaa’ee jira. Innis ni labsama, hiriirri guutuu addunyaalleen ni labsama. Qophaawaa nu eeggadhaa. hnagasituu ardharraa eegallee duula Twitter ni gaggeessinaa nutta malkamaa!
Horaa bulaa!

Qabsoon itti fufa!

Via: Nagessa Oddo Dube