Matakkal Aanaa Dibaaxeetti Special komaando 65n mootummaan erge keessaa..

#Breaking__News by Burqaa Ciroo
 
Matakkal Aanaa Dibaaxeetti Special komaando 65n mootummaan erge keessaa komaandoon 20ni lola
guyyaa dheengaddatiin WBO waliin taasisaniin daaraa yoo ta’an 45n immoo madoo cimaadhan
elekooptarri kaaftee xoor haayiloochii yaalaafseenisisuun ishee mirkanaa’eera!
Adammisoma
Oromia Qeerroo Media
OQM: OromiaQeerroomedia


Guyyaa Araa Yunaaytid Isteetes Qabsaa’iicha mirga Gurraachoota Maartiin Luutar Kiingi Juniiyar Yaadataa Jirti Waggaa waggaan baatiin Amajjii seenee Wiixata isa sadaffaa kan kabajamuu guyyaan Maartiin Luutar Kiing Juniiyar barana
 
yeroo weerarri dhukkuba Koviid-19 walitti dhufeenya uummataa daangeessee akkasumas Amerikaan prezidaantii haaraa muuduuf qophii gochaa jirtuu keessatti sodaa hokkaraa qabaataa yeroo jirtuutti har’a kabajame. Baroota 1950 taa fi 1960taa keessa mormii karaa nagaan gaggeessuun Amerikaa gama kibbaa keessa walqixxummaan gurraachotaa fi mirgii sagalee kennuu argamsisuuf qabsa’aa turan.
Ayyaana kana projektii tajaajiila hawaasaa ikan Kiing gaggeessaa turan irraitti hirmaachuun kan kabajamuu yoo ta’u barana garuu sababa weerara vaayrasii Koronaan kun hin ta’iin hafee jira.
OQM: OromiaQeerroomedia

Media

Adammisoma
Oromia Qeerroo Media