Lafti naannoo Finfinnee kan dur caala saamamaa jira. Aktiivistoonni Oromoos waan qunxurataa jiraniif callisan. Oromoo! Master pilaaniin hindhaabbanne. Kan dur akeekame caalaa saffisaan saamamaa jira!
Gamoowwaan magaalaan Finfinnee daangaa ceete seeraan ala jaarte kana ni kennina jechuun Master Pilaanii hojirrra oolchuudha – https://t.co/25VOkVGZYw pic.twitter.com/1Uro1JwPwy
— Kichuu (@kichuu24) November 21, 2018
Dogongorri Seenaa akka hindabalamne: Manneen kun kan ijaaramaniin jiran lafa qotee bulaa Oromoo naannaea Finfinneetti argaman irrattu ijaaramee argame. – https://t.co/McyNdqD3S2 pic.twitter.com/OJ1rb65scA
— Kichuu (@kichuu24) November 20, 2018
NEWS: AFTER THE LAUNCH OF LA GARE DOWNTOWN LUXURY COMPLEX ADDIS ABEBA CITY POISED TO BUILD AT LEAST FOUR SIMILAR JOINT PROJECTS – https://t.co/pUMarJkqm1 pic.twitter.com/y6sgRcm5q0
— Kichuu (@kichuu24) November 20, 2018
የተስፋው መንደር:የአዲስ አበባ ቤቶች ልማት ጽሕፈት ቤት በቅርቡ ለተጠቃሚዎች የሚተላለፉትን የ20/80 እና የ40/60 ኮንዶሚኒየም ቤቶች ለሚዲያ ባለሙያዎች አስጎብኝቷል፡፡ – https://t.co/IScEsUlmx3 pic.twitter.com/iYXLKHEpAr
— Kichuu (@kichuu24) November 20, 2018