Massive protest in different parts of Oromia/Ethiopia against the killings of innocent people

Massive protest in different parts of Oromia/Ethiopia against the killings of innocent people by the regime’s military.

Gonder– Messages of solidarity from Gondar University: Oromo and Amhara jointly protesting against the brutal regime


Mattuu-Message of condolences from Mattu University.
CalanqooMassacre


Guyyaa har’a a muddee 12/2017 A/m/Bal’oo magaalaa jaajaatti obboleeyyan isaanii kan cakanqotti dhumeef haala kanaan gadda isaanii dhageessisan.


Duguuggaa Sanyii ilmaan Oromoo Godina Harargee naannoo Calanqoo tti raawwatame mormuu dhaan, Uummanni naannoo Magaalaa Amboo jiraatan karaa kunkolataa gara Finfinnee deemu cufee jira. Miidhaan ilmaan Oromoo’rra tti raawwatama jiru kun Uummanni gara tarkanifii cimaa tti akka ce’u isa dirqisiisuun isaa waan hin oolle fakkaata.

 





1 Comment

Comments are closed.