Sirna gubaa Masqalaa Magaalaa Finfinnee suuraan
Ayyaanni Masqalaa hordoftoota amantaa Ortodoksii Finfinnee adabaabaayi Masqalaatti kabajameera.

Tullaa damaraa fi qophii gubaa
BBC Fannoo baka kabaja gubaa masqalaatti
BBC Faarfattoota ayyaanicha kabajaa turan keessaa
BBC Hordoftoonni amantaa Ortodoksii akkasiin bahuun ayyaana gubaa kabajan
Faarfattoota kabaja ayyaanichaa irratti argaman keessaa gartokkeen kana fakkaatu
Duungoo/xuwaafiin sirna kabaja gubaa itti kabajamus akkasiin gurguramaa ture
BBC Faarfattoota shamarranii kabajicha irratti argaman keessaa
Sirni gubaa damaraa Magaalaa Finfinnee haala kanaan raawwatame
We have abundant culture! Happy Meskel! #Ethiopia 🌼🌼🌿🌿 pic.twitter.com/zUYqiebBmu
— Emebet (@EmebetGAbate) September 26, 2018
በድሬደዋ የመስቀል ደመራ በአል በደማቅና በአማረ ሁኔታ በርካታ የእምነቱ ተከታይና የበአሉ አክባሪ በተገኙበት በሰላም ተከብሮ ተጠናቋል::