OMN: Marii Araaraa Abbootii Gadaa Oromoofi Paartilee Siyaasaa

OMN: Marii Araaraa Abbootii Gadaa Oromoofi Paartilee Siyaasaa

Haasawa Obb. Jawar Mohammed marii araaraa ODP fi ABO-SG giddutti Abbootii Gadaatin qophaawe irratti dubbate. Dhiira Haati Deese! Buli Qeerroo!!

Furtuu dubbii,

1) Warri ABOf ODP ummata hin sobnaa!
2) warri Abbooti Gadaa immoo jara hin sosobnaa!
3) Obbo Daawud Ibsaa WBOn akka lola dhaabuf mooratti akka deebi’u har’dhuma ajaja dabarsi.
4) Warri ODP namoota shira xaxanii jijjiirama kana duubatti harkisuuf tatafataan ofkeessaa qulqulleessa.

Jawar Mohammed, nama ABO keessati dhalatee OPDO/ODP jalatti guddateettu dubbate.

Anything to add? NOPE!

OMN: Marii Araaraa Abbootii Gadaa Oromoofi Paartilee Siyaasaa

Marii Araaraa ABO Fi Mootummaa Itiyoophiyaa Gidduutti Abbootin Gadaa Oromoo Qopheessan

 

Waalii galameera sagalee tokkon Akka nagaan buhutti Obbo dawwudis waadaa seenaniiru nagaa buusuuf Kana booda yaahi kaasuun hin jiru

1 Comment

  1. “… nama ABO keessati dhalatee OPDO/ODP jalatti guddateettu dubbate….”. Afaanuma akkanaatan bitaa-mirgaa dhagahuu dadhabe!

Comments are closed.