Marii Aangawoonni Mootummaa Olaanoon magaalaa Harar

Above Single Post

Marii Aangawoonni Mootummaa Olaanoon magaalaa Harar Galma Calanqootti Hawaasa Waliin taasisan irratti dhimmi aggaammii Jawar Mahaammad irratti yaalamee gaafatamee jira. Guutuu marii kanaa OMN boru isin biraan gaha.


“ODPn gaaffii oromoo deebisuuf nafxanyaa sodaatti. caasaan motummaa federaalaa hanga Gandatti nafxanyaadhan Guutamee jira. kanaaf Gaaffii oromoo deebisuu sodaatte. dhugaa dubbane addan baana” jedha
#HamzaBorana OMN irratti



#Gimbii (Inbox)

“Gimbii dha ergaa ariifachiisaa !!! OPDOn walgaa’ii Ummata jettee borii magaala Naqamtee ti misoonsota ishee warra durii biiroo keessa gurtee magaala gimbii dha gara magaala Naqamtee ti konkolaataan gurraa jirtii Ajandaan marii immo waa’ee ma haala yeroo ammaa ummanni fuula irraa gara galfate dha !!!”

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.