OPDOn koree gidduu haaraa hedduu ofitti dabale. Maqaa haaraa -ODP jedhus moggaafateera.

OPDOn koree gidduu haaraa hedduu ofitti dabale. Maqaa haaraa -ODP jedhus moggaafateera.
Paartichi Gadaan Gadaa tokkummaa, bilisummaa fi haaromsaa akka ta’uuf kutannoo agarsiisaa jira.


Dhawaata aangoo dabarsaa deemuun duudhaa sirna Gadaa keenyaati jedha Taayyee Danda’aa.