Manni murtii Araadaa ilmaan Oromoof akkamiin oole?

Above Single Post

Manni murtii Araadaa ilmaan Oromoof akkamiin oole?

(SQ- sadaasa 28/2019)

Guyyaa har’aa jechuun Sadaasa 28, 2019 ilmaan Oromoo maqaa ABO tiin himatamanii Maayikaalaawwii jiran kanneen mana murtii Araadaatti ganama kana dhiyaatan: Barattoota Yuunibarsiitii nama 30, Jaal Gadaa Bultii, Jaal Addunyaa Keessoo fi Jaal Daandii Garbooshee turan.

Jaallan kana keessaa barattoota Oromoo Yuunibarsiitii Finfinneef manni murtii Wabii Qarshii 300 mata mataatti namoota 28’f eegee jira. Barattoota kanneen keessaa barattoonni lama mana hidhaatti hafanii beellamni guyyaa 7 irratti qabamee jira.
Barattoonni mirgi Wabii akka hineegamneef ta’an barataa Amantii Fiqiruu Elektirikaal Injineriingii kan baratuu fi barataa Caalaa Kaffaalew Kemikaal Injineriingii kan baratudha.

Jaal Daandii Garbooshee irratti ammoo, ragaa arganne jechuudhaan himata qorataan dhiyeesse irra dhaabbachuudhaan beellamni guyyaa 28 yeroo 3ffaaf irratti fudhatamee jiraachuu Habukaatoon isaa Obbo Milkiyaas Bulchaa nuu himanii jiru.

Jaallan kaan jechuun jaal Addunyaa Keessoo fi Jaal Gadaa Bultii yeroon qorannaa akka dhumee jiruuf kana booda himata akka irratti banan ibsanii, Himata irratti saaquudhaaf qirataan beellama gyyyaa 15 gaafachuu isaa fi guyyaan 15 nii baay’ate jechuun Habukaattoon isaanii Obbo Milkiyaas Bulchaa kan falme irra dhaabbatee manni murtii beellama guyyaa 10 irratti qabee jira.

Haalli mana hidhaa Maayikaalaawwii jechuun moora mana hidhaa Buufata foolisii Finfinnee 3ffaa keessatti ilmaan Oromoo halkan edaa, jechuun Sadaasa 27, 2019 poolisootaan reebamuun gabaafamee jira. Ilmaan Oromoo harka seeraa jiran kana irra reebicha poolisiitiin miidhamni caba ilkaanii fi qaamaa guddaan akka dhaqqabe odeeffanneerra. Dhimma kanaan wal qabsiisanii reebichi qaamaa jaallan mana hiraarsaa jiran Jaal Gadaa, Jaal Addunyaa, Jaal Daandii dabalatee mara isaanii irra dhaqaabuu mana murtii himatanii jiru.

Beekan Erena

Via Dani’el Birhane,

“አብይ አህመድ አሁን በምሳ ሰአት ላይ በፌስቡክ የለቀቀው የእንኳን ደስ ያላችሁ መግለጫ ቪዲዮ፤ ከደስታ ይልቅ ብስጭት፣ እልህና ንዴት የተስተዋለበት ነው።

ንግግሩ ለመላው የኢትዮጲያ ህዝቦች መሆኑን ረስቶ “ቄሮና ፋኖ የብልጽግና ፓርቲ (ፒፒ) የትግላችሁ ውጤት ነው እንኳን ደስ ያላችሁ” በማለት ነገር አለሙን የሁለት ብሔር ጉዳይ አድርጎት ቁጭ አለ። (እንዲያ ከሆነ ሌሎች ብሔሮችን እየዞረ የሚያውከው ለምንድን ነው?)

“ሰሞኑን የብልጽግና ፓርቲ (ፒፒ) ስራ አስፈጻሚ ኮሚቴ ባደረገው ስብሰባ” ብሎ የህግ የበላይነት ለማስከበር ወስነናል አለ። መቼና የት ይሆን የተሰበሰበው? የኢህአዴግ ስራ አስፈጻሚ ማለቱ ከሆነ አጀንዳው ላይ ውህደት እንጂ ህግ ማስከበር ላይ አልተወያየም።

ደግሞ አማራጭ ሀሳብ ያለው ካለ ያቅርብ አለ።
እስኪ የፒፒን የፖለቲካ፣ ኢኮኖሚና ማህበራዊ ጉዳዮች ፕሮግራም ለገበያ አቅርብና ለውድድር ይቅረብ። መሳቢያ ውስጥ ለተቆለፈበት ፕሮግራም አማራጭ አቅርቦ መከራከር ያዳግታል።

ለማንኛውም የሰውየው ብስጭት መንስኤ ኦህዴድ ውስጥ የተፈጠረው ማጉረምረም እና የሱ ሰዎች በተከታታይ ወለጋ ውስጥ መገደላቸው ነው። እንደለመደው ወለጋ ላይ ወታደር ልኮ ወረራ ይፈጽም ይሆናል ምን ይታወቃል? የትላንቱ የብአዴን ጉባኤ ድባብ እና የካሳሁን ጎንፋ መግለጭ የሚጠቁመን የኦሮሞ ብሔርተኛ ሀይሎች ላይ የተዶለተ ነገር መኖሩን ነው።”


ለኦህዴድ ሞት ክንዳቸው እስኪነቀል እጅ ያወጡ የምክር ቤት አባላት ፣ ለደህና ነገር ወይም የኦሮሚያን ጥቅም ለማስጠበቅ ቢባሉ አይደለም እጅ አንገታቸውን አቀርቅረው ይደበቁ ነበር።ኦሮሚያን ለመሸጥ ግን ክንድና አንገታቸው ሞቶ ሜትር ተንጥራርቶ፣ ይሳባል። ኦህዴድ ሲጀመር 25% ኦሮሞ ቢኖር ነው።
👇 እዩልኝ አዲሱ አረጋን ነገ እጁን እስትራፖ ስይዘው Dave Abdiwaaq

OMN: Marii Haala Yeroo (Sad. 28, 2019)

Below Single Post

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.