Manguddoon oromiyaa kaabaa walloo kamisee simannaa jila ABO irrati akkana jedhu yaa ilmaan

Manguddoon oromiyaa kaabaa walloo kamisee simannaa jila ABO irrati akkana jedhu yaa ilmaan oromoo wal haajaalanu wal jala haa deemnu dhaaba jeenya kana bakkuma jirruti cinaa haadhaa banuu

Jaalataa Sabaa Sabaa

Gadaan kan quufaa – gabbinaa yaa ta’u!!
Abbaan Gadaa Tuulamaa baallii fudhatan Goobanaa Hoolaa Irreessoo “Gadaan Meelbaa kan nagaa fi mi’ooftu akka taatu nan hojjedha,” jedhaniiru.
bbcafaanoromoo.com mil’adhaa.

Peaceful power transfer in Oromo Gada Democracy. Below Abba Gadaa Beyene Senbetoo, left, kissing the forehead of Abba Gadaa elect before transferring bokku, a wooden scepter, symbol of power, after eight years of his term in office.