Galma A/W/ Malkaa Shaayyaa Baalee Roobee keessatti Ayyaanni Yaadannoo Warra Abbootii Oromoo milkiin gaggeeffame!!
Giddu-gala sadii, Kibba, kaaba fi Bahaa Dh/H/A/Waaqeffannaatti Ayyaanni yaadannoo kun bifa bareedaan gaggeeffame. Ayyaanni kun akka milkii eeggamee milkiin xumuramuuf Waaqeffattooti hedduun shoora olaana agumaachan.
Ayyaanii kun Ayyaana Oromiyaa kibbaa Galma M/Shaayyaati.
Galma A/W/ Malkaa Shaayyaa Baalee Roobee keessatti gaggeeffamee dha.
Dhábasá Wakjira Gemelal