Malkaa bal’oo! Maqaa leenjii “Gaachana sirnaa” jedhuun OPDOn ummata dararaa jirti

#Malkaa bal’oo

“Maqaa leenjii “Gaachana sirnaa” jedhuun OPDOn ummata dararaa jirti.”

Dejene Gutema

“pp maraatuu keessaa seente dhugaa rabbii nannawa dheeraa kanati ummata dirqisiisuun akka leenjii loltummaa fudhata godhuun maal jedhanii akka ummata sodaachisaa jiran beeyta nuti amma nama addaan baafachufi ka nu deegaruf ka shanee deegaru wati leenji dide shaneedha shaneen dhuftee Shawaa dhunfateerti jedhanii ummata dararaa jiru”

Go/Ha/Bahaa Aanaa Fadisifii Aanoota hedduu keessati Araddaa 1 keessaa namoota 500 akka leenjii waraanaatif qopheeysan dirqamni kennamee namoota dirqiin gara leenjiiti guuraa jiran #Qeerroo_fi_Qarrees dabalatee jiraatotni Aanaa Fadis rakkoo hammaattuu keessa jirraati sagalee nuuf tahaa jechaa jiru
 
“Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti ummata nagayaan ooyruu ofii qotachaa jiru ni leenjiin jedhanii dirqamaan dirreetti yaasaa jiruun”
“Barcuma nama tokkof jecha ummata keenya cinquun salphina OPDO ti”
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 
 

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.