Jijjigaa
Magaalaan Jijjigaa tohannaa humna waraana biyyaaleessaa jala galteetti.Abdii Illey akka hinsochoone uggurameera.Mooraan Waraanaa Liyyu Hayilii tohatamaa jira.Jijjigaan kana fakkaatti.Kaabinoonni amanamoo Abdii Illey dhaadataa turanis dhokataa jiru.Guyyichi Abdi illeyiif har’uma!!!
Deggertoonni Abdii Illee kan “Heego” jedhaman qabeenya saboota biraa saamaa jiru.
Namoonni keenya naannoo sana keessa jirtan of eeggannoo barbaachisu waliif godhaa!!
Update: Looting and vandalism spreading in various parts of the city of #Jigjiga and #Dhegahbur. Residents tell BBCAmharic banks, businesses and various properties are being looted. Several people are also hurt, according to BBC. Pictures collected from various social media pic.twitter.com/427MJDoCGL
— Addis Standard (@addisstandard) August 4, 2018
Update: Video posted on Rajo, a #Somali region based social media news site, purportedly shows what looked like a possible start of anarchy by what the site called “vigilante group Heego”. It’s also reporting looting & other forms of chaos in Dhegahbur, Jarar Zone near #Jigjiga. pic.twitter.com/THDn8sEr7i
— Addis Standard (@addisstandard) August 4, 2018
Abdii illee fi kaampiin waraanni liyu poolisii naannoo somaalee fi dhaabanni raadiyoo NS to’annoo motummaa jala ooleera.abdi illees qabameera jetti oduun.
ብክልቲኡ ሸነኽ ዝርከብ ትግራዋይ ንውዲት ፀላኢ ነቂሑ እዩ፡፡ድሕሪ ሕዚ ንድሕሪት የለን
#ሰበር_ዜና
የኢትዮጵያ መከላከያ ጦር ሀይል በሶማሌ የህዝብ ምርጫ ወደ ስልጣን የመጣውን የኢትዮጵያን ሶሜሌ ክልል ርእሰ መስተዳደር አብዲ ኢሌን በጉልበት ለመያዝ ወደ ጅጅጋ ገብቷአል፡፡
እንደሚታወቀው የፌደራል መንግስት የመከላከያ ጦር ሃይል ሉአላዊ ድንነበርን ከማስከበር እና ሰላምን ከማረጋጋት ውጭ የክልል ባለስልጣናትን የመሾም እና የማውረድ ሥልጣን ባይኖረውም በአብይ አህመድ አጋፋሪነት እየተመራ ያለው አንባገነናዊ የመንግስት አካሄድ የፌደራል ስርአቱን ሙሉ በሙሉ አፍርሶ የራሱን ታሪክ ለመፃፍ ክልሎችን በማተረማመስ አጥፊ ተግባር ላይ ተሰማርቶ ይገኛል፡፡
Via:Sayhon Say