Magaalaan Ghost town fakkaatu kun Wallaggaa Lixa magaalaa Ayiraatti komaandi postiin

Magaalaan #Ghost town fakkaatu kun Wallaggaa Lixa magaalaa Ayiraatti komaandi postiin guyyaa kara irra nama ari’ee manattii galchee jira , network erga badee guyyaa 3ffaadha.
Iyyaa birmannaa dhabee