Gamoowwaan magaalaan Finfinnee daangaa ceete seeraan ala jaarte kana ni kennina jechuun Master Pilaanii hojirrra oolchuudha. Kun ammoo hin yaadamu. Gonkumaa fudhatama hin qabu. Balaa haaraa yoo barbaadan malee. Manneen kun ummata naannoo sanii buqqa’eef mootummaa Oromiyaatiin kennamuu qabu.
Dogongorri Seenaa akka hindabalamne: Manneen kun kan ijaaramaniin jiran lafa qotee bulaa Oromoo naannaea Finfinneetti argaman irrattu ijaaramee argame. – https://t.co/McyNdqD3S2 pic.twitter.com/OJ1rb65scA
— Kichuu (@kichuu24) November 20, 2018