Magaalaan Adaamaa waraana nafxanyaatiin weeraramtuudha.

Magaalaan Adaamaa waraana nafxanyaatiin weeraramtuudha.

Oda Labsi Fajji


Breaking:

Jawaar Mohaammad, Baqqalaa Garbaa, Hamzaa Booranaa, Shamsaddiin Xahaa, Mellesee Dirribsaa fi Eegoda Jawaar dabalatee walumatti namoota 14 irratti galmeen qorannoo dura (preliminary investigation case) jedhamu irratti banameera. Galmee kanarratti ragaa dhagahuuf qophaa’aa kan jiran tahee, odeessi keessaa akka ibsutti namoota gaafas turan keessaa Artisti Galaanaa Gaaromsaa namarraa fageessanii ukkamsanii odeeffannoo guutuu akka hin arganee dhiibbaa gochuudhaan ragaa godhanii dhiyeessuf akka jiran hubatameera.

Ferhan Abdulselam

Qeerroon diigamee lafatee jiraa waarraa jedhuuf Jaween yeroo debii kenuuf demanii tuqanii haa lalan jedhee ammaa hoo maal jedhuu lataa