Magaalaa Naqamtee keessatti guyyaa kaleessaa Simannaa Dr. Rufaael Disaasaa irratti qooda Qeerroo Bilisummaa Oromoo ijaaruun hidhamtoota

Magaalaa Naqamtee keessatti guyyaa kaleessaa Simannaa Dr. Rufaael Disaasaa irratti qooda Qeerroo Bilisummaa Oromoo ijaaruun hidhamtoota akka lakkifamaniif fdg irraa hanga fxg ABO taasisaa tureef jiruun abdii uummata Oromoo ta’uu uummanni ba’ee mirkaneesse

Simannaa Dr Rufaa’eel univeersiitii wallaggaatti godhame. Dr Rufaa’eel kanneen mana hidhaa wayyaanee keessa lakkifaman keessa isa tokko.