Magaalaa Finfinnee Naannoo Magganaanyaa Gamoo Haile G-Sillaasee Hayonday Motors jedhamu jala(Lafa jala)mee sakattahaa

Magaalaa Finfinnee Naannoo Magganaanyaa Gamoo Haile G-Sillaasee Hayonday Motors jedhamu jala(Lafa jala)mee sakattahaa..Poolisiin haa sakattahu.Waa akka jiru dubbatamaa jiraa mee ariifadhaa.

It all makes sense why Haile Ge/Silassie was defending the regime and saying ”democracy is luxury for Africa”. Now it is said police has found an underground torture chamber at his business building. Police is also investigating all his shady businesses.


Woyyaaneen duri Dhaabbilee Siyaasaa Mormituu Shaabiyatu hidhachiisee nutti bobbaasee biyya goola jechaa turte.Amma immoo Dr.Abiy’n Qondaltota TPLF akka hidhuuf Harka Obbo Isaayyaas Afaworqiitu duuban jira jetti Rogeeyyiin jaraa.Magan #Hattuu Rabbi isii hin baasini!

Osman Bayu
Maal jedha


Namooni maqaan isaanii asii gaditti eerame, kaadiroota OPDO team ATM dhaan lenjii fudhatanii Oromoo lagaa fi kutaan qoodaa jiranii dha….Duraan maqaa hoggantoota ABO xureessani, itti aansuun jaarmayaa ABO irratti olola banani, sana booda maqaa WBO xureessuu jalqabani, amma immoo Oromoo Wallaggaa walitti qabanii arrabsuu jalqabaniiru…Oromoon hundi kaadiroota kanaa fi ATM dura dhaabachuu qaba….walii galtee ABO fi ODP akka hin milkofneef kaadiroonni kuni waan watwaataa jiraniif hundi keenya tokko taanee dura haa dhaabannu…

Hubadhaa… Maqaa profile isaaniiti akkuma jirutti maxxansame keessa seenuun ilaaluu dandeessu.

1: Taye Dendea
2: Adisu Arega Kitesa
3: Milkeessaa Miidhagaa
4: Yaya Beshir
5: Odaa Bobbaasaa
6: State Of Oromia
7: Seenaa Qeerroo
8: Odaa Oromoo
9: Mootii Warra Kuyyuu
10: Kemal Sed Tufaa
11: Mideksa Tola Abdisa
12: Birrineh Kuma
13: Jamaal Mucaa Dodolaa
14: Lagase Wage
15: Mahamad Yuusuf Umar
16: Haqaan Bulla
17: Akkoo Manooyyee
18: Ofiin Bultuu Warra Shawaa
19: Hadha’a Jiruu Baqqa
20: Sabaa Abdii
21: Sadam Burqa
22: Bonayyaa Jabboo
23: Gadaa Oromo Tuulamaa
24: Moyii Bonii Oromoo
25: Abiyyi Jawar Lammaa Xayyiba
26: Abba Torbee
27: Awel Musxafa
28: Lalisa Gamachu
29: Nadhii Mohaammad Jaatoo
30: Bahraddin Shamsaddin
31: Sanyii Asefa
32: Yaassin Ibraahim
33: Nahom Daniel
34: Seenaa Oromiyaa
35: Kè Màn
36: Haile Solomon

Hundumtuu share gochuun dirqama Oromummaa Haa baanu.

Gadaan Gadaa Xumura Gabrummaati.

Injifannoon Kan Uummata Oromooti.

GS, AT Oromiyaa

Adem Misoma


ONN LIVE: Gabaasa Sirna Simannaa Jila ABO’f Dhiha Oromiyaa Godina Lixa Wallaggaa Magaalota Warra Jirruu, Goorii, Qilxu Kaarraa fi Mandiitti Onkoloolessa 4, 2018 taasifame.