Magaalaa Finfinnee keessatti ilmaan Oromoo hidhuun itti fufeera.

Magaalaa Finfinnee keessatti ilmaan Oromoo hidhuun itti fufeera.

[SQ Adoolessa 11/2021]
Dargaggoonni lama: Araarsoo Raggaasaa fi Firoomsaa Baqqalaa har’a (Adoolessa 11/2021) magaalaa Finfinnee keessaa humna tikaatiin qabamanii hidhamanii jiru.
Haga ammaatti eessa akka geeffaman hin beekamne.
Via: Dabessa Gemelal