Magaalaa Dabra Birhaanitti Jiraattonni magaalaa paartiin አብን

Magaalaa Dabra Birhaanitti Jiraattonni magaalaa paartiin አብን jedhamu Amaaraa bakka hin bu’u mootummaan tarkaanfii irratti fudhachuu qaba jechuun hiriira mormii taasisaa jiru.