BURRAAYYUU:Magaalaa Burraayyuutti Maqaa Abbaa Qabeenyaa Takilabirahaan Ambaayeen dalla’amee fi waggoota 5’nan darbaniif miseensoota raayyaa ittiisa biyyaatiin eeggamaa kan ture,

#BURRAAYYUU.

Magaalaa Burraayyuutti Maqaa Abbaa Qabeenyaa Takilabirahaan Ambaayeen dalla’amee fi waggoota 5’nan darbaniif miseensoota raayyaa ittiisa biyyaatiin eeggamaa kan ture, laftii ballinni isaa heektara 72 tahu guyyaa har’aa ajaja mana murtitiin banamee ilaalameera. Waan baayyeetuu keessatti hojjatama, akkuma Edna Mall sana.