JIRTU QEERROO SHAMBOO!Jiraattoota magaala Shaamboo fi naannoshe hundaaf.Wal ta’insa ABO fi Motummaa Ethiopia gidduutti taasisame deeggaruuf

JIRTU QEERROO SHAMBOO! Jiraattoota magaala Shaamboo fi naannoshe hundaaf.

Wal ta’insa ABO fi Motummaa Ethiopia gidduutti taasisame deeggaruuf hiriirrii deeggarsaa guyyaa boruu tti yaamamee jira. Jaallattoonni WBO fi deeggartoonni ABO akkasumas miseensoonni PDO hundi hirira kana irratti argamtani deeggarsa keessan akka argisiftan kabajaan afeeramtaniittu.

Hiriira kana milkeessuuf nagaa ummataa tiksuun barbaachisaa dha. Qeerroon magaala Shaamboo dirqama guddaatu sinirra jira.
Dhábasá Wakjira Gemelal

1 Comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.