Maariin Araaraa Motummaa Ethiopia Fi ABO & OPDO jeduti godha jiru

Maariin Araaraa Motummaa Ethiopia Fi ABO & OPDO jeduti godha jiru

OPDOn ABBAA gadaa hin Bekketu abbaa Tsayyee male Garuu Anii kana Rajii anati tehe tokko abbootin gadaa Oromootiif hayyooni Oromoo akkasuma ativistooni Oromoo OPDO Amanani osoo rakkoon rakko gubaan dhufa jiru Waraana bilisummaa Oromoo morati galachuuf yaadun kun bekketota kenya kana gonna dacee nura godha jedhen Shakaa. OPDON Degartotaa ABO maqa ABOtin Hadha jirtii Nuti araarri bu’e jannee dhiichifnaa ilmaan oromoo hidhuufii dararuun hin dhaabbanne.

Barsiiaa Tasfaayee Taaffasee GHG Wallaggaatti bulchaa aanaa Guduruuti
Nama uummanni qabsoodhaan gara muudamaatti fidatedha


Maariin Araaraa Motummaa Ethiopia Fi #ABO & #OPDO jeduti godha jiru haala garidhan demma jira Tokkummaan keenyaa #humnaa keenyaa siyaasa jechaa jechoota hedduu nama muruu waalin jechuun salphiinaa! Yaa rabbii baga waalif galchitee! Garuu Haa tahu male Wallaggaa Anaa garagara keessaati rayyaan itti biyyaa maqa ABOtin Rebichaafi hidhaa Lubuu balesaa jirachunis ni Jira. Akkasuma Gujii keessaattis RIB bosona ibidan gubufi ummata dararun itti fufa Jira


BREAKING NEWS araarii Kaalessa Degartotaa ABO akkaa dhabamuu jedhe lata Oduu kara inbox 📩 Ana Dhaqabe Guyyaa 17/5/2011
Dubbiin Haraaraa OPDO fi #ABO kun Akkami?
Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Qiltu kaarraati
®________________________________________®
Dubbiin Hidhaatti Miseensaa fi Deggeraa ABO hidhuu itti fufee jira.
Guyyaa har’aa Abbaa Qabeenyaa fi Ogeessaa Fayyaa kan turan jiraataa Aanaa Qiltu kaarraa kan tahan Obo Getachew Jigi Humna Waraanaa komaandi postiin qabani hidhamaniiru.Ergi hidhani booda Humna RIB tiin ajjabanii meeshaa Sniper fi Kilash inkooviidhaan itti Marsani gara mana isaati geessani Mana isaa sakkatainsa gaggeessani Reebicha Cimaa ergi irrati Raawwatani Waajjira police aanichaati To’annoo jala oolchanii jiru

Oromia Qeerroo Media


OBN Amajjii 17, 2011 – Uummanni Oromoo fuula isaa gara misoomatti deeffachuun carraa argameen hojjatee of jijjiiruu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Lammaa Magarsaa. Tokkummaa keenya daraan cimsuun diinagdeerratti xiyyeefachuu qabna jedhan pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Lammaa Magarsaa.


Dr Mararaa Guddinaa waliin haala yeroo irratti turtii taasisne OBN Amajjii 17, 2011

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.