Maaltu maal taanaan poolisoonni Mootummaa hogganoota dhaabaa waajjira keessaa baasudhaan waraanaan marsanii

Maaltu maal taanaan poolisoonni Mootummaa hogganoota dhaabaa waajjira keessaa baasudhaan waraanaan marsanii?

(SBO: Hagayya 01, 2020)
Har’a Sambata, Adoolessa 01, 2020 Hogganootni ABO ol’aanoon: HD-ABO Jaal Daawud Ibsaa fi Itti aanaa HD-ABO Jaal Araarsoo Biqilaa wayta ganama hojii idileetiif waajjira ABO Muummee Finfinnee, Gullalleetti argamu erga seenanii booda humnoota Nageenyaa Mootummaa Itoophiyaatin waajjiraa baafamuudhaan gara mana jireenyaa isaaniitti akka deebi’an taasifamaniiru.
Maaltu maal taanaan poolisoonni Mootummaa hogganoota dhaabaa waajjira keessaa baasudhaan waraanaan marsanii gara mana jireenyaatti deebisan, kan jedhuufi dhimmoota walqabatan irratti Hayyu-dureen ABO fi Itti aanaan HD ABO waloodhaan ibsa gabaabaa laataniiru.Yeroo gabaabaa booda Isinii dhiyeessina eeggadhaa.

HD ABO J. Daawud Ibsaa irratti shiraa fi daba mootummaan Abiy Ahmed hojjatu Oromoon hundumtuu bakka hundumaatti hordofaa fi dhagahaa jira. Garuu ani haga ammaatti Henok G. Gabisa irraa kan hafee qabsaawoti, hayyooti fi rogeeyyiin Oromoo biyya alaa kana jiran bebbeekamoon dubbi kana sirnaan adunyaa dhageessisuu fi daba kana saaxiluuf yaalan hinargine, hindhageenyes. Midiyaalee jiran keessaas OMN odu kana ammallee kan hordofe hinfakkaatu.

Egaa hundumaafuu qabsaawota Oromoo hundumaa biyya keessatti mootummaa Abiy Ahmediin dararamaa jiran walqixa rakkoo isaan irra gahaa jiru yoo saaxilame qabsoo Oromoof bu’aa malee kasaaraa hinqabu.

Geneti Deressa

KMN:- Hagaya 01/2020
Waajjira muummee ABO Gullallee fi HD ABO irratti maaltu raawwatamaa jira.

KMN Kush Media Network

Primed and ready! We are.
Let me hear you say it one more time.
👉 #tokuumaa
victory is at hand!


Sagaleen Jawar akkanatti cufamuus, Dhaamsa Cimaa Hamileen Qeerroof dhaame kana Nama hunda bira gahuu qaba. #FreeOromia #OromoProtest

Tokko Taanee … jedha je’e Dhaamsa Cimaa nu dabarse Haceen Koo … #FreeOromia!#JusticeForHaacaaluuHundeessaa

Oromiyaa Jechaaf.. ❤️💚❤️ #OromoProtests #FreeOromia