MAALTU DEEMUU JIRA? HD ADDA BILISSUMMAA OROMOO JAAL DAWUD IBSAA WALIIN

MAALTU DEEMUU JIRA? HD ADDA BILISSUMMAA OROMOO JAAL DAWUD IBSAA WALIIN


His Excellency #Isaias Afwerki is the #Ethiopia‘s spiritual leader and its highest decision making authority – he (Isais) has the final say over all #Abiy‘s administration matters both internal and foreign policy in the country.

Turtii Itti gaafatamaa Sab-quunamtii ABO obbo Battee Urgeessaa wajjin taasifne yeroo gabaabaa keessatti isinii dhiheessina.


 
“Namootni mana jireenyaa HD ABO jaal Daawud Ibsaa keessaa ugguramanii hidhaman maqaan isaanii kan SQ qaqqabe kunooti.
1 Abba Bilisummaa
2, Wako Noolee
3, Obsaa Guddisoo
4, Biqilaa Amanuu
5, Dassoo Birhaanuu
6, wagaayyoo Nugusee
7,Rayaa studio (Abrhaam) kaanneen jedhaman yoo tahu Nifas Silk Laftoo Kifleketemaa Sostenyaa mazoria buufata Poolisii jiru!
Rayaa studio (Abrhaam)”


Yadano Arts Hacaluu hundesa guyya arratif yadano irrecha bara darbe

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.