Maaloo!maaloo dhiisi waal sakaaluu ! Cimsi kan sicaalu!.. Dassaalenytin

Maaloo!maaloo dhiisi waal sakaaluu !
Cimsi kan sicaalu!.. Dassaalenytin

TVOMT-ONN:Qophii Gombisaa Ogeeyyii.Muddee 21-2018

DUBBII IJOO – Ibsa ABO fi ODP irratti Xiinxala Obbo Leencoo Baatii Waliin Taasifame. OBN Muddee 12, 2011

Is it analysis or criticism???? you are selling oromia to habesha!!

18.12.2018
Guyya Arra Tanna Qoffa Yoo Xiiqaate 15 Waregame Magala Moyyaaleti. Ajaiba Tunis . Somalen Alaabaa Dhabate Kuno Laalla


Oromo People Must Condemn the State of Emergency by ODP/EPRDF Government.
From Borana-Barentu Oromo United Movement.
Dec.21,2018
Finfinnee.!
BBOUM strongly condemns the current
state of emergency declared by ODP (the former OPDO)/TPLF /EPRDF government, purposely imposed to hinder the exercise of all Freedoms and rights, imbedded in the constitution of the country.
The Oromo people should not accept this despotic act of the government and must stand in solidarity with the OLF and all Oromo Freedom figheters across Oromia and around the globe.
The BBOUM condemns the ODP/TPLF government’s genocidal killings,
arbitrary arrest, and tortures of civilians
in most parts of Oromya.
BBOUM strongly condemns the killings of innocent Oromo people in Oromia region by the Opdo/Tplf soldiers since the 1990’s EC years and continued to massacre the Oromo civilians in different parts of
Oromiya region.
The current Oromo protests in various
parts of the oromia against the Odp
government demonstrate the government failure to address the democratic principles enshrined in the
constitution; calling for freedom and
justice in the country. BBOUM strongly
condemns the ongoing killing of the
civilians, gross violation of human
rights, obstruction of Freedom of speech and Freedom of the Demonstration. It is the rights of Oromo people to continue struggle to ensure freedom and justice prevail across Oromia. BBOUM and all Oromo people in Oromia will stand with all Oromo Freedom fighters,especially WBO across Oromiya to ensure change in the government.
We are calling upon the Oromo political organizations, religious institutions, youths, women, and farmers to collaborate and pay solidarity with other oppressed nations to condemn and oppose the current leadership of the ODP/ EPRDF government in order to bring about regime change.
BBOUM condemns the killings, arbitrary
arrest and detention, tortures and
displacement of the Oromo people in
different parts of Oromia region. The
Oromo people had been the target of
OPDO/TPLF/EPRDF government since 1991.
The Oromo people currently live in great fear and threat following the
protest against the government dictatorship and corruption.
The Odp State of emergency declared
on Dec 21, 2018 is leading the country to chaos and mass killing of innocent people.
This is the third time
that the government declared state of
emergency in the Oromia to suppress
the up rise against its unpopular and racist policies which are danger for our
co-existence. We are calling upon all oromo people from all directions including all opposition political
movements in and outside the Oromia
to stand together as United and strong to
ensure the apartheid Odp/EPrdf regime is
gone.
To this effect, BBOUM calls upon the
international community to investigate and condemn these barbaric killings,
human rights abuse, intimidation and
harassment toward the mass protestors (freedom fighters)
in Oromia and holds the ODP/EPRDF
regime accountable for all crimes against humanity.
We are particularly
calling upon the United Nations, EU,
USA, AU, and all other humanitarian
organizations to closely monitor the
political and military action against the
innocent civilians in many parts of
Oromia and to actively denounce any
retaliatory actions against the innocent
civilians who are rightfully exercising
their constitutional rights under the law
of the land.
At last we call upon the ODP/EPRDF
government to stop killing of innocent
Oromo people; to release our brothers and sisters kept in various prisons in the country under inhumanly conditions; to recognize human rights and the rights of all nations to self determination and cessation in accord with the UN provisions.
“We also condemn the killings that continue to take place in Western Oromia, because we can never justify any form of taking of life.
“That should be condemned.It is a terrible crime that was committed and still being committed against our people in Western Oromia, this is what the world called a crime against humanity.
Hence,should be condemned very strongly.
The Borana-Barentu Oromoo United Movement (BBOUM) will continue its struggle for all people of Oromo under the centiment “Oromummaa” and other oppressed nations to ensure freedom, justice, security and prosperity are brought to all the oppressed people of Oromia.
WBO isa ammarra inni duubaan dhufaa jirummoo maal akka tahe asirraa hin hubatta yoo abshaalomte
EBC Ibsaa Hayyuu dure ABO jaal dawud Ibsaa..

Breaking:
======
Waraana ABO kha Eritrea irra Biyya gale keysaa Tigre fii saba biraati jiraa ja’an. Caqasaa? Dhiroo maali???

Maali odeessa namichii kuni!!!

Safuu maa dhiiro namni akkam soba. Kana qabatanoitu jijjiirama, ceehumsa…nuun jedhuu? Ijoollee OROMOO WALLOO irraati TIGREE jedhaa ? Yoo akkas sobdan malee buddeenni keessan inqal’atti kabaadhu😃

OPDO-ODPn Diina Oromoo fii Oromiyaa tii Hubadhaa Hin gawwoomiaa!

OPDOn Bara 28 jechuun 1991-2018 diina Oromoo TPLF wayyaanee wajjin dhaabbatee:

– ODP jaarmaya Oromoo miti. Diina Oromoo jaarrate. Kunoo bara 28 ergaa Habashootaa gaggeesuudhan Oromoo fii Oromiyaa daadarkeessaa jiraa hubadhaa!

– Rayyaan Ittisa Biyyaa (ODP) bombii haxxee ummata keessatti hidhuudhaan lubbuu ummata Oromoo hedduu galafataa jira!

– Universitoota keessatti ijooleen Oromoo ajjeefamaa, reebamaa fi arihamaa jirtii hubadhaa;

– Magaalaan Moyyaaleen gubachaa jirti, namni dhumaa jira;

– Matoottiin/hoogganootan ODP Oromoon nu ajjeesuuf deemanuu jedhanii ummata Oromoo addaan hiranii walitti diruuf, hin qaanfatani Wallaga na ajjeessuf yaalii godhaa jiraa jedhee Dr. Abiyyiin waan hin jrre xibaara! Kuni diinummaa Oromooo addaan qoodee, Oromoo keessatti waan summii facaasuuf waan karrorfame tahuu hin dagatinaa!!!

– Oromootaa ajjeesuu fi ajjeesisuu;

– Oromoota jimlaan mana hidhaatti guuruu fi guursisuu;

– lafa Oromootaa saamuu fi saamsisuu;

– Oromoota qaee isaanii irraa buqqisuu fi buqqisiisuu;

– Oromoota saamuu fi saamsisuu;

– Oromoota diinaaf basaasuu fi walbasaasiisuu;

– Magaaloota Oromiyaa kan akka Finfinnee, Dirree Dhawaa, Awdaay, Harar, Moyyaalee fii wkf hundaa maqaa Federaalaatiin akka harka diinaa jalatti galtu godhe;

– Sabaa fi sablammootaa naannoo Oromoo kan keessaa fi kan daangaa irra jiran hundaa wal tahee waraana addaan hin cinne Oromoota irratti bobbaase; Sababaa kanaan Oromoota qaee isaanii irraa buqqa’an gargaarsa tookkoon maletti akka dhuman itti dawwate Abdi Iley wajjin.Ammaas itti jira!

Amma ammoo Ummata Oromootiin jibbamuu isaa argee yeroo Qeerroo Oromoo fii ummatni Oromoo dhukkee irraa kaase booda, ummata Oromoo sobuuf ykn afanfajjeessuuf maqaa jijjiiradheen jiraa jedhee maqaa ODP jedhu baafate!

OPDOn maqaa haa jijjiiratu malee dalagaan ykn hojiin isaa tan farrummaa fii diinummaa Oromoo fi Oromiyaa qabu hin jijjiirre ykn jijjiiramnee hubadhaa!

Diina Oromoo wajjin dhaabbatee Oromoo fii Oromiyaa balleessee Toophpiyaa ajjooftuu ykn tortortii, sobduu, diiga dhuugduu fii yakkamtuu jiraachisuuf hakanii guyaa wixxifaa jiruu beekaa! Kanaaf ODP akka diina Oromoo fii Oromiyaa sanuu isa duraa tahee bakka TPLF bu’uu isaa hubadhaa!!!!

Oromia Shall Be Free!!!!