Maali namni biya sanati gale hundumtu wanta liqiimsu qaba fakata guyaa guyaadhan yaada isa jijiraa holaa?

Maali namni biya sanati gale hundumtu wanta liqiimsu qaba fakata guyaa guyaadhan yaada isa jijiraa holaa?Horii argatee hinbeeknetu macheessaa laata?Namni horiidha jedhee haadha isa gurguraa jira safuu!  

So stuppid crazy guy!!!He thinks he is the owner of the country!Guranya jedhe habeshn. Good cadre, good for you. I’m sure you will get some land at Boolee area, you deserve it hard working guy like Tesfaye Gury ha, ha, ha….

 


 

 

They say this is ኦነጋዊ ታቦት!ሎሚ ለምትወራወሩ መልካም ጥምቀት

 

 

#ጥምቀት በባሌ ጊኒር !


 

#Jawaar ABO fi WBO tuttuquudhaan siyaasa biyya sanaaf furmaata hinfidu. Oromoon OPDOtti erga mufatee tuttureera. OPDOn warqii afteyyuu Oromoon tole jedhee hin buluuf. Jaarmiyaa ABO kaayyoo dhugaa Oromoof qabatee waggaa 50 itti cichee hacuucaame haa hafuutii Oromoon har’a alaabaa ABO maleeyyuu waan tole jedhee bulu miti. Siyaasaa uummata Oromootti akka eebichaa hadhaahu oofaa yeroo fi umurii keessan hin gubiinaa. #jawaar, isa isin OMNtiin torban meeqa ololtan nuyi sarara lamaan haqa uummata gidduu jiru dubbanna.

Dhugaan lafa jiru ABOn WBO akka loonii dachaasee kaampii tokkotti galchuudhaan akka Leencoo Lataa sanatti rasaasa itti roobsisanii ficcisiisuu osoo hintaane, waraanni Agaazii dursee haa haaromfamuudha. Har’a waraanni lafoo fi helikoofteraan WBO waraanuuf bobba’ee jiru ilmaan Oromoo miti. Agaazii Tigreen ijaartedha

Miidhaksaa Abbishuu


#Hacee sanyii gootaa!
“Erga waraana qabaatanii qonnaan bulaa Oromoo ajjeesuurra, mana irratti gubuurra, warra miila kaffaaloo mure dhaqanii lolanii maaf hin finne!? Warra nama meeqa kolaase fi ija jaamse maaf qabanii hin finne?,


ONN: Dr Kedida Show.
Marii Obbo Ahmed Sayyo, Dr Hinsarmuu (Gizachew) Tesso fi Dr Rundassa Asheete Waliin Wayee Yeroo Irratti Godhame. Amajjii 19/2019


ONN: Dr Kedida Show
Marii Obbo Dhekkamma Bayyanna, Raggassaa Oljjirra fi Obbo Odaa Xase Waliin Wayee siyaasa oromia yeroo ammaa Ilaalchisee Godhame. Amajjii 20, 2019