Site icon Kichuu

Lols Walloo Update : Uummatni Oromoo Walloo magaalaa Kamisee, Axaayee fi baadiyyaa keessatti weerara humna addaa naannoo Amaaraa irree tokkoon of irraa ittisaa oole.

Lols Walloo Update! Uummatni Oromoo Walloo magaalaa Kamisee, Axaayee fi baadiyyaa keessatti weerara humna addaa naannoo Amaaraa irree tokkoon of irraa ittisaa oole.
 
Abiy Ahmed, walgahii ariifachiisaa hooggantoota RIB walitti qabee “nu keessaas dirqama isaa kan hin baane,Kan WBO fi TPLFf balbala banaa jiru jira; itti gaafatamummaa jalaa hin baatan jechuun doorsise. Naannoon Amaaraas ibsa baaseen dhiphina guddaa keessa jiraachuu amaneera.
Kan Cundhuuraa gaduma
Qeerroo Intelligence Group

ODUU Hatattama Duguuggaa sanyii oromo wallo fi lola guyya 2ffaa gutuu oromiyati kun | Moha oromo


Nyaaphii Hoggaanaan Birgeedii tokko irraa du’ee jennaan, Uummata Walloon Oneg-Shaneetti ijjeese jechaa jirti. Baga biyyoo ciniine; Nafxanyaan hinjiilu gombisan malee!


Major Jeneraal Geetachoo Guddinaa
#Ariifachiisaa
Lola Walloo kan hoogganaa jiru Major Jeneraal Geetachoo Guddinaati. Yeroo ammaa Geetachoon uummata Walloo hidhatee of irraa qolachaa jiru “nutu isiniif jira, hiikkadhaa!” jechaa akka jiru dhageenyeerra. Uummatni keenya Walloo gaafa meeshaakee lafa keesse nyaatamte beeki. Uummatni daandii cuftee diina kokkee akkuma qabdetti hanga bilisummaakee falmi.
Itti Muddi
Qeerroo Intelligence Group

Walloo koo (Lataa Qana’ii)

Exit mobile version