Lolli Tigraay fi Oromoo irratti akka baname Baacaa Dabalee ifatti nutti hime.

Lolli Tigraay fi Oromoo irratti akka baname Baacaa Dabalee ifatti nutti hime.

Baacaan sirriitti baace Yeroo uffata malee qullaa isaanii gara Eertiraa deeman ija kiyyaan arge jedhe. Akkuma nama qaamaan achi turetti dubbata. Ammoo waamichi Baacaaf kan taasifame guyyaa wanti sun tahe booda.

Humni Addaa Oromiyaa Tigraay hin deeminaa qabsootti dabalamaa jennee osoo waywaannu warri deeme reeffi isaanii kunoo simatamuu eegalee jira.
 
“Humna Addaa Oromiyaa guyyoota sadiin dura lolaaf gara Naannoo Tigraaytti bobbaafamanii turan keessaa Poolisoonni lama ajjeefamuun kanneen dhalattoota Arsii lixaa Magaalaa Shaashamannee ganda 01 fi Ganda 04 ta’an reeffi isaanii har’a fe’amee dhufuun maatii isaaniitiif kennamee jira.dhalattoonni godina birootis akkanumatti wareegamuu isaanii maatiif himamaa jira”
 
Osman Bayu


ሃገሪቱን እየመራ ያለው ይሄ ዲያቆን ደብተራ ነው። እንዳሉትም ከፊት ያለው “አረፋ” ነው።


Lolli Tigraay fi Oromoo irratti akka baname Baacaa Dabalee ifatti nutti hime.

 
Warri gocha suukaneessaa waraana keenya irratti raawwate ABO Shanee jedhe. Yeroo ammaa maqaa ABO Shanee jechuun Oromoo jechuudha. Maqaa kanaan ilmaan Oromoo qe’ee isaanii keessatti ajjeesaa jiru. Garuu maal murni akka Bilxiginnaatti sobu? Izzii Kaabaa kana Tigraay hin too’annee jedhanii hin turree? Amma akkamitti amanan? Waraana harka jaraa jiru too’anne, Lafa akkanaa too’anne, kana barbadeessine, …. wanti isaan jedhan hundi ganama kijiba tahee mul’ata. Maali garuu murni akkana sobu?

Odeeffannoon keessoo isaaniitii na gahe akka addeessutti Dachaasaa Bitimaa humna addaa Oromiyaa marsaa kanaaf 5000 fuudhee karaa Affaariin Tigraay waraanuuf deemee jira. Poolisoota inni qabatee deeme keessaa reeffa baay’eetu Oromiyaaf deebi’e har’a.

OPDO’n takkaa of taatee hin beeytu
 
ጉዞ በአፋር በኩል (ከሶስት ቀን በፊት)
የመመለሻቸውን ቀን እኔ አላዉቅም።

OPDO’n takkaa of taatee hin beeytu!

Garaa garummaa maltuu mulata mangistuu fi Abiy


የጦርነት ጥሩ የለውም። ውጤቱም እጅግ አሳዛኝ ነው። በዚህ አጋጣሚ ስለ እውነት አዝኛለሁ።

እየሆነ ያለውን ግን ማጣመም ፋይዳ የለውም። እውነታው…..
ማይካድራን ለመቆጣጠር ከመከላከያ ይልቅ የአማራ ክልል ሚሊሻ እንደ ዘመነ ምኒሊክ መሰል ውግያ ውስጥ ገብቶ ከአምስት መቶ በላይ ረግፈዋል።
ይህን ጉዞም “ጦርነት እንደ ጥምቀት ጨፍረህ ወደ ቤት የምትመለስበት አይደለምና ይቅር” እያልን ነበር።
ይህን ስህተታችሁን ለመደበቅ “ህወሀት ስቪሉን ማህበረሰብ ረሸነች” የሚለው አባባል ውሀ የሚቋጥር አይደለም። ምክንያቱም እራሳቹ “መሳሪያ ገፍፎ ለመምጣት ባዶ እጁን ጭምር ወደዛ ስፍራ እንዳመሩ ” ስትገልጹልን ነበር።
ለሁሉም ወገኖቻችን ነብስ ይማር

1 Comment

  1. ለጦረኛ ኖቤል ተሸላሚ ባጎበደደ ምርጫ ቦርድ የፀደቀ
    የተወዳዳሪ ተመራጮች ዝርዝር

    1) ኢዜማ:“የምንወደው ዲያቢሎሱ ኮለኔል አብይ አሕመድ በዓለም የመጀመሪያው ጦርነት አፍቃሪ ኖቤል ተሸላሚ ስለሆነ ይንገሥልን!!!”

    2) ብልግና: “መሪያችን አረመኔው ኮለኔል አብይ አሕመድ በዓለም የመጀመሪያው ጦረኛ ኖቤል ተሸላሚ ስለሆነ ይግዣን!!!”

    3) አብን:”አጋራችን አምባ ገነኑ ኮለኔል አብይ አሕመድ በዓለም የመጀመሪያው ጦርነት ጫሪ ኖቤል ተሸላሚ ስለሆነ ይምራን!!!”

    The endless/abyss of Abyssinian tyrannical colonialism we should all unite to abolish it by saying NO to WAR to invasion! Dictator Abiy’s invasion of Tigray now is a reminiscent of Menelik’s brutal colonization of Oromia some 150 years ago! As a matter of principle I condemn Abiy’s warmongering, but am suspicious of TPLF motive why it failed to call Article 39 of the constitution and make a referendum on Tigray’s fate? Instead of responding to OLF’s (Jaal Dawud Ibsa) press release on setting up Transitional government favorably TPLF ignored him and made its own new call for Transitional government four days later. As OLF recognize TPLF as the true representative of Tigray, TPLF should openly and officially reciprocate this by recognizing either OLF or WBO as the true representative of the Oromia. It has not done so yet. It has not recognized any oromo organization except pp/opdo. No oromo organization has attracted as many as seven million oromos as OLF did when it got a warm welcome reception by in Finfine in spite of bellicose neo-neftenga’s effort to block some of the roads leading to Finfine. Therefore TPLF should recognize OLF or WBO as a true representative of Oromia. Otherwise, I could only say that TPLF is now harvesting in kind what it sowed in Oromia in 1991-2. It may also be advantageous for WBO to face a badly wounded Abiy than a pp and TPLF team fighting against Oromia. Let us know tplf’s official stand on OLF.

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.