Lolli: YakkaWaraanaa Wax 8/2018 yakki Waraanaa Uummata Oromoo Irratti rawwatama jiru ittuma fufee jira. Qe’ee teenyarratti ajjeefamuun kun yoom dhaabbataa???
Godina Harargee Aanaa Cinaksan araddaa Qobbo Biiqqaa ganda #Dabdhigajedhamutti weearara waraanni goolisituun Liyyu Polisii Abdii Illee waraana wayyaaneen deeggaramtu ganamarra sa’a 1:00 irra jalqabuun lolli haga amma adeemsifamati jira. Gama keenyaan Mahammed Ahmed Umar namni jadhamu woreegameera .kanneen madeeffamaan hanga ammatti 3 dhaqabaniiru . Gama isaanitin lakkoofsan beeku baannus #ambulansiin akka deddeebi’a jara isaani guura jirtu mirkaneeffanne jirra. Lolli yero amma kana hammaate itti fufe jira.
#ODUU_GADDAA!!!!
Qeerroo Magarsa
Abdulmatiin jedhama. Dhalata G/H/LIXAA Aanna
Habrotii, Guyya har’aa Du’aan Addunya kana irraa
Boqote jiraa. Lubbun issaa tan janataa haa taatu.”
Qeerroo Galamsoo irraa
#Abba_Gadaa #Bayanaa_Sanbatoo Waaqayoon umrii dheraa isiniratii ha-dhangalaasu Ebbifamaa!
May God bless you & your beloved family 🙏🏽
🙏🏽😍👌🏾 #GadaaSystem #GadaaDemocracy #Beautiful_Heritage #Oromia #Ethiopia 🇪🇹 pic.twitter.com/MXhqc51jGQ— Abe ⚫🔴⚪🐎© (@Abe_Biyaf) April 16, 2018