RSWO – Onkoloolessa 31, 2018: Lola WBO fi Uummata’rratti, Lixaafi Kibba Oromiyaatti

RSWO – Onkoloolessa 31, 2018: Lola WBO fi Uummata’rratti, Lixaafi Kibba Oromiyaatti 

“Godina Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaatti qaamni maqaa Waraana ABOtiin hidhatee ummata tasgabbii dhorkaa jiru fi dararaa jiru hatattamaan harka isaa haa sassaabatu.”Pirazidaantii MNO Obbo Lammaa Magarsaa