Lola Milishoota Naannoo Affaariin Oromoo Walloo irratti adeemsifamaa jiru:

Lola Milishoota Naannoo Affaariin Oromoo Walloo irratti adeemsifamaa jiru:

Duguuggaan sanyii Oromoo Walloo irratti, Milishoota Naannoo Affaarii fi tumsa Raayyaa Ittisaa Impaayera Itoophiyaan raawwatamu jabaatee itti fufuun, Sambata kaleessaa Oromtichi tokko ajjeefamuu; afuris madaa’uu | Waggaa lamaan kana keessa qofa Oromoo Walloo irraa namootni baay’inaan 60 ta’an ajjeefamuu • Awadaay: Hawwanii fi Qarreewwan Oromoo baay’inaan 120 ta’an dabalatee, dimshaashaan Oromootni 400 ol ta’an manneen hidhaa fi bakkeewwan adda addaatti hidhamuun dararamaa jiraachuu
#RSWO – Fuulbana 13, 202

BB$: WALTAJJII BILISAA
Bara 2012 Itoophiyaa, Oromoof akkam ture? Siyaasa biyyattii eessaa garam jijjiiree?

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.