“UUMMATA DAANGAA IRRA JIRUU NUU AKKEKKACHIISI. LIYYUU POOLISIN HALEELLAA BIRRAAF QOPHA’AA JIRTI JEDHANI, KUNOO:

#Of eeggannoo uummata Daangaarra jiruf
=============
“UUMMATA DAANGAA IRRA JIRUU NUU AKKEKKACHIISI. LIYYUU POOLISIN HALEELLAA BIRRAAF QOPHA’AA JIRTI JEDHANI, KUNOO:

“Jigjiganews
Remnants of Abdi illey local militia, HEEGO and annoyed liyu police for Abdis removal are gathering four locations to carry out large-scale attack against Jaarso peasants. Locations are: Dudajirmo, Walgo, Herageel and Masle.On augusti 4/2018 They received ammunition and weapons from liyu police stores at Jigjiga. The national arm and Federal police based Tuliguleed, Jigjiga and Chinacksan should prevent this harmful plot before a massacre happen like Mayumuluka.””


#Gindhir
“Argaa kaa Namoota Kaabineen Waamattee Adeemsa Qabsoon Keessa Dhufe Eessaa Ka’ee Akka Eessa Gahe Kan Waliin Mari’attu. Keessattuu Hawaasa Magaalaa Gindhiir Jetteenii Nama Qabsoon Maal Akka Taheyyuu Irraa Hin Beeyme Waliin Mari’atti. Ka Isii Chalenge Godhu Tokko Keessa Hin Jiru. Maal Rakkannee!!!”