Liyyuu poolisiin naannoo soomaalee Alshabaaba taatee as bahaa jirti.

Liyyuu poolisiin naannoo soomaalee Alshabaaba taatee as bahaa jirti.

OMN: ODUU FUL 12/2018

 

Ummaanni Erteraa fi Tigraay turtii woggaa 20 booda harra ifaatii daangaa isaan jidduu yeroo banamuutti mirrii ummata lameen jidduu maal akka fakkaatu.

Liyyuu poolisiin naannoo soomaalee #Alshabaaba taatee as bahaa jirti.
Abdi illeen akka gad dhiifamuuf dhaadataa jiru.
Mootummaan Federaalaa waan kana irratti xiyyeeffannoo keennuu barbaachisa.

Via: Kasim Hamda

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.