Lixa Oromiyaa irraa ammas tajaajilli Telefoonaa cituun gabaasamaa jira.

Lixa Oromiyaa irraa ammas tajaajilli Telefoonaa cituun gabaasamaa jira.

[SBO – SADAASA 09,2020] Guyyoota sadan darban kanaa eegalee Lixa Oromiyaa, addatti Godinoota Wallagga Lixaa fi Qellem Wallaggaa Onoota hedduu irraa tajaajilli Telefoonaa yeroo lammaffaaf addaan citee jiraachuu fi firoota isaaniif bilbilanii argachuu dadhabuu jiraattotni godinichaa godinoota biroo jiran ibsaniiru.
 
Networkiin cituun walqabatee godinoota kanneen keessatti waan ta’aa jiru adda baasachuun rakkisaa ta’uus maddeen gabaasaa jiran. Ajjechaa fi hidhaan kan duraanii irra akka babal’ates ibsameera.
Amma dura ji’oota 4 oliif Telefoonnii fi Interneetni Lixa Oromiyaa irraa citee turuun ni yaadatama.
Wallagga Lixaa
በድጋመ ምራብ ኦሮሚያ የስልክ እና ኤንቴርኔት አግልገሎት መቋረጠ ተሰማ።
(ኦነድ – ህዳር 09,2020) ከባለፉት ሶስት ቀናት ጀምሮ ምራብ ኦሮሚያ በተለይም በምራብ ወለጋ እና ቄለም ወለጋ ዞኖች ወስጥ በሁሉም ወረዳዎች ማለትበምቻል ደረጃ የስልክ አግለግሎት በመቋረጡ በለላ አካበቢ ያሉ የዞኑ ተወላጆች ከቤተሰቦቻችው ጋር መገናኝት እንዳለቻሉ የዜና ሚንጮቻችን ይናገራሉ።
ግድያ እና እስራት ከበፊቱ በተለዬ ሁኔታ ይበልጥ በመስፋፋቱ፣ በአሁን ሰዓት ደገሞ ኔትወርኩ በመቋረጡ ምክናት በዞኖቹ ምን እንዳለ ለምለይት አለተቻልም ይላሉ ምንጮቻችን።
ከዚህ በፊት ከ4 ወር በላይ ከእነዚ ዞኖች የስልክና ኤንተርኔት አግለግሎት ተቋረጦ መቆይቱ ይታውሳል።


 

Inbox -Western Oromiyaa

Please Phone calls, Internate and roads were closed in Western Oromia ( West Wollega and Kellam Wollega). Attention was given only to War in Northern. Dozen of Ethiopian troops were traveling to west and kellam wollega. Oromo medias and international communities should give attention to these area.

Nafxanyaatu marsee jeeqa.

Be the first to comment

Leave a Reply

Your email address will not be published.


*


This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.