Lixa Oromiyaa godina Wallagga Bahaa aanaa Nuunnuu Qumbaa keessatti

“Lixa Oromiyaa godina Wallagga Bahaa aanaa Nuunnuu Qumbaa keessatti dargaggoo Hiisaa Taayyee jedhamu waajjura foolisii bakka hidhamee jiru baasuun ajjeesanii reeffa isaa gatuu himan.”