Lixa Oromiyaa aanaa Gidaamii qofa keessatti ajjeechaan waggoota lamaan dabraniif ummata nagaa irratti humnoota mootummaatiin raaw’atame yoo xiqqaate warra armaan gadii kana dabalata.Kanneen keessaa lama obboleeyyani. Kunniin warra hanga ammaatti beekaman malee lakkoofsni namoota ajjeefamanii kana caala. Umriin isaaniis 12 – 80 keessatti tilmaamama. Kan garii isaanii ajjeechaa qofa osoo hin taane manas irratti guban. Dargaggoonni ajjeefaman maatiin isaanii baqatanii bakki bu’an hin beekamne.
Ganda Gaara Kormaa
1. Naasir Qana’aa
2. Bashaa Ittafaa
3. Fedhasaa Ga’eeraa
4. Gammachuu Guutaa
5. Ifaa GuutaaGanda Qellem
Ganda Qeellam
1. Sanbatoo Olaanaa
2. Daani’eel Olaanaa
3. Umar Iisaa
4. Yohannis Al-maadii
5. Tafarii Dinqaa
6. Yoohannis Dassalenyi
7. Solomoon Alamuu
8. Tasfaa Iisaa
9. Saadaam Iisaa
Ganda Girayii Sonkaa
1. Mohammed Taliilaaa
2. Gamulaa Jigsaa
3. Toomaas Dhabsuu
4. Yisaaq Fiqiruu
5. Eebbisaa Raagaa
6. Naasir Guddinaa
Ganda Giraayii Biishaa
1. Gammadaa Siraataa
2. Tasfaayee Gisimoo
3. Balaay Ruufii
4. Margaa Ittafaa
Ganda Giraayii Horoo
1. Dabalaa Taarikuu
2. Addisuu Nagarii
3. Koorii Daaqaa
4. Mazgabuu Geeboo
5. Toomaas Dirribaa
Ganda Abootee
1. Mulunaa Qannaa
2. Dabalaa Solomoon
Ganda Gabaa Facaasaa
1. Hambisaa Baacaa
2. Pheexiroos Gammachuu
3. Yoonaas Waltajjii
Ganda Burii
1. Tufaa Galaalchaa
2. Tamasgeen Gaarii
3. Malkaamuu Daggafaa
4. Burruusee Taaffasaa
5. Sa’id Mohammed
6. Daawit Tashoomaa
7. Habtaamuu Taaddasaa
Ganda Qumbaabii Shaappii
1. Eebbisaa Jabaanaa
2. Shundaa Zarihuun
(Obbo Eebbisaa Jabaanaa Manguddoo umriin waggaa 80tti dhihaatu dha)
Ganda Coomman Kallaa
1. Yaa’iqoob Boloo
2. Tasfaayee Haile
Ganda Laaloo Garee
1. Gamulaa Fayyisaa
2. Lalisaa Sooraa
3. Darajjee Galataa (Mucaa umriin waggaa 12)
Gidamii Ganda 01
1. Nagaash Fufaa
2. Abeel Taammiruu
Gidaamii Ganda 02
1. Balaay Turaa
2. Saamu’eel Lammeessaa
3. Mulunaa Qana’aa
4. Girmaa Xilahuun
Via: Yaya Beshir
GADDA SUUKANNEESSAA
Waxabajji 28/2020
RIB fi humni addaa Oromiyaa godina Wallaggaa Lixaa aanaa Sayyoo Noolee ganda Jaawwii Geecootti namoota afur bakka tokkotti ajjeesan.
Namootni ajjeefaman.
1. Barataa Abdoo Taarikuu -barataa kutaa 12
2. Bararaa Gammachuu Asfawuu
3. Obbo Marabbaa Waaqjiraa -Qonnaan bulaa.
4. Barataa Ammayuu
#Amnesty_International_Africa
Extrajudicial killings continues in Oromia region of Ethiopia. On June 28/2020, Ethiopia’s government troops killed Lamessa Bekele at Suppe kebele Ilu Abbaa Bora zone Aalgee district. They threw his corpse in the bush after they had shot him on his head.
Lamessa Bekele , a father of three children, was teaching history at the facuility of social sciences and social anthropology, Metu University.
Hawwii Daraaraa
Loltuu haqaa jechuu kana kunoo.Loltoonni dhalatoota walaayiitaa akkasitti saba isaaniif falmaa jiru. Loltuu Bilxiginnaa Oromoorratti manatti ol dutti.