Leta Kenei Aga : Ayyaana Faasikaa har’aa kana namoota..

Above Single Post

Leta Kenei Aga: Ayyaana Faasikaa har’aa kana namoota dhukkubsatanii hospitaala ciisaa jiran lama wajjinin dabarse. Waanan qaburraa qoodeefii, haasa’ee haasofsiisaa tureen deebi‘e.


– Inni jalqabaa #Huseen Ahmed jedhama. Umriinsaa 37. Lola uummata keenya Walloorratti banameen miila lamaan rasaasaan dha’amee hospitaala #Minilik ciisee jira.
– Inni lammaffaa dargaggoo #Obsaa Mohammed jedhama. Umriinsaa 18. Loltoota Liyyuu hayilii Somaaleedhaan rasaasa lamaan dugdarra dha’ame. Waggaa lama guutuu hospitaala #Yekkaati keessa ciise. Rasaasni lamaan ammayyuu dugdasaa keessa jira. Miillisaa waan laamsha’eef #Wheelchair malee socho’uu hin danda’u.
~
Jarri lamaanuu warra Oromummaa isaaniif jecha gatii kaffalaa jiranidha. Gargaaruufi jajjabeessuun dirqama hunda keenyaati.
0925032098 – Huseen
0904399872 – Obsaa

Leta Kenei Aga

Shimallis Abbaabbuu: Xiiqiin Dammarra Mi’oofti * Oromo Music 2016 New * By RAYA Studio

Seenaa Mulugeetaa – Kudhaama Seenaa New Oromoo Music 2017 Official Video

Below Single Post