Leenjiin Miseensota Adda Bilisummaa Oromoo Onk.31-2018 irraa egalee hamma Sadaasa 2-2018tti itti fufuuf jiraatu magaalaa Finfinnee keeysatti banamee jira.

Liinjjiin Miseensootaa kuni Obbo Gaashuu Lammeeysaa fi Aaddee Saamiyaa Usmaaniin kan kennamaa jiru tahuun hubatamee jira.

Odeessaa ONN: Onkolooleessa 31/2018
Godinaa Shawaa kaabaa Aanaa Yayyaa Gullallee keessaatti guyyaa hara’aa hirrirrii gaggeeffamaa jira.Hawaasaa guttudhan Dhadaannoo WBOn hikkaachu hin qabu jedhuu fi rakkoo bulchinsaa gaarii Aanichaa keessaa jiruun hawaasni dararaadhaaf saxilamuu ibsu hirmaattonni hiriira kanaa.

Keessayyu dhiyeenya kana Lixa Oromiyaatti WBO hikkachiisuu jechuun loltoonni mootummaa tarkaanfii ummataa nagaarran ga’aa jiran balaaleeffataniiru.

Gabaasaa qindaa’ee Raajii G