Leencoo Baatii :-Wanni kenya off nama jibbisiisa!

Leencoo_Baatii :-Wanni kenya off nama jibbisiisa!

Raajii #Leencoo_Baatii ABOn har’a diina jedhee opdo fi alagaatti ololaa jiru” kun kaleessa yeroo ABO hogganaa turetti jaarmiyaan sirrii fi tokkichi gara walabummaa fi Bilisummaatti nu geeysu #ABO qofa tahuu nutti himaa ture.

Leencoo baatii leenjii dabballoota opdof Magaala Adaamaatti kennaa jiru irratti ABOn diinadha jedhee dubbatuu dhageenye!

Tulluu Hiyyeessaa


Guyyaa har’aa 20 / 06 / 2019 aanaa Sabbaa Boruu fi aanaa Gooroo Adoolaatti fudhateen humna gabroofataa ipaayera itoophiyaa faashiticha koloneer Abiyyi Ahimad irraa 33 ajjeesee hedduu madeessee konkolaataa patrol 2 daaraa taasisee jira.

Akka kanaan aanaa Sabbaa Boruu ganda Utulutti walakeessa gayyaa, sa’aa 12:00Amti waraanni mootummaa shiftaa kana ummata gara nama 50 ti dhiyaatu golgaa tolfachuun ofi duraa oofaa osoo deemuu wbon ummata of dura dabarsee duubaan haleellaa itti baneen loltuu 9 ajjeesee hedduu madeessee ummatis harkaa bahee gara warra isaatii galu taasise.

Akkasumas aanaa Gooroo Adoolaa ganda Nuuruu ummatti tarkaanfii waaree boda sa’aa 2 : 00 pm ti tarkaanfii waraana konkolaataa patrol 2 Harqalloo gara Jiddoolaa deemu haxxeen haleelee konkolaataa daraa botoroo taasiseen loltuu 24 biyyee nyaachisee jira.

Godiina Gujii bahaa kanatti kaabinooti Opdo fi waraanni gabroomfataa kun ummata oromoo manaa fi qabeenya irraa gubuu fi saamuu naasuu tokko malee gochaa hammeenyaa raawwachaa kan jiran yoo ta’u, yeroo ammaa kanatti ammoo manaa fi qabeenya maatii WBO gubuun loonii fi qabeenya jiru saamutti argamu. Mootummaa shiftaa kana ofirraa fonqolichuun gabrummatti xumura itti godhuuf oromoo bakka cufaa waan maraanuu tokkummaan wbo cimsuun qabsoo finiinsuu akka qabu dhaammanna! ”

IUO! !

WBO

Waxaabajjii 20 / 2019

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 

 


Guyyaa ni dhufaa?

#Leencoo_Baatii ABO har’a diina jedhee OPDO fi alagaatti Habashaa hololaa jiru kun kaleessa yeroo ABO hogganaa ture san jaarmiyaa sirrii fi tokkichi gara walabummaatti nu geessu #ABO tahuu nutti labsaa hin turree!? Osoo ABO’n diina Uummata Oromoo tahuu beekuu Oromoota dhaaba kana jalatti ficcisiiseef gumaa ni kaffalaa gurbaan kun?

Gantuu fi sobduu akkasii kanatu karaa bilisummaa irratti yeroo mara danqaa uumee uummata keenya dukkana gabrummaa bara baraa keessatti hidhee garafsiisaa, ajjeesisaa, saamsisaa ture.


አቶ አዲሱ አረጋ ባደረገው ንግግር ይህን ያህል በደስታ ባትፈነጥዙ መልካም ይመስለኛል፡፡ አዲሱ አረጋ ሀይለኛ Political game ነው የተጫወተው፡፡ በእስክንድር ጉዳይ ላይ ሞቅ ያለ ንግግር በማድረግ ነጥብ አስቆጥሮ ከዚህ ቀደም በቡርቃ ዝምታ ጉዳይ አፉ አዳልጦት የጠለሸውን ስሙን አፅድቶበት ይኸው እንደምታዩት ወደ ኦሮሞ ፖለቲካ ምህዳር ተመልሷል፡፡ ባጭሩ የመናገር የእስክንድርን ጉዳይ ለግላዊ የፖለቲካ ፍጆታ ነው የተጠቀመበት፡፡ በዚህም ተሳክቶለታል!

Haweni Dhabessa

 

 

 

 

 


Dire Dhawaa!
Wanni kenya off nama jibbisiisa! ☹️💔
What was her crime? What is the crime of Oromos living in Wallaga, Guji and Wallo? When do we see the day when true freedom reigns on our land? The right to be free from any harassment? The right to freedom of expression? The right to assemble without being harrassed, jailed or killed? When?

There are others fighting for their lives in the hospital including a child! (Dire Dhawaa)

#DireDhawaa #Wallaga #Gujii #Wallo


Hanga yoom hiyyeeysi ilmaan Oromoo qe’ee ofirratti nagayaan bobbahee galu hin dandeenye?

#YaaquutaAhmed

Micciyo Dire Dhawa Ajjesan obbalettii #Artist
Mustariya Ahmed Ali Dhagefadha Akkata itti
Duute. Waycarra Oromo

Qeerroo Oromiya